Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan Qoqqobbii Iiraan irraa kaaftee turte deebistee kaayuuf tahuu beeksifte
Iiraan sagantaa Niwukilarrii waraanaa gabbisuu addaan kutuudhaaf bara 2015 keessa biyyoota miseensa dhaabbataa mana maree Nageenyaa shananii fi Jarman waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Liigiin Biyyoota Arabaa Braaziil Imbaasii gara Al-Qudsitti akka hin jijjiirre gaafate
Prezdaantiin Braaziil haaraya filatame Jair Bolsonaro Khamiisa kaleessaa ibsa kenneen, January 1/2019 tti hujii eega jalqabee booda Imbaasii Braaziil Telaviiv…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Hoggantoota Waldaa Wangeelota Ameerikaa Sa’uudii daaw’ate
Jilli hoggantoota Waldaa Wangeelotaa ibsa baaseen, Khamiisa kaleessaa gara Riyaad Imaluun Muhammad Bin Salmaan waliin Sa’atii lamaaf kan mari’ate tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awurooppaa Miyanmaar irra uggura cimaa kan kaahu tahuu akeekkachiise
UN torbee dabre keessa Mootummaan Miyanmaar muslimoota Rohongiyaa 400,000 ol tahan, kanneen biyyattii keessatti hafan irratti duguuggaa sanyii raawwataa ture…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Abdallaah Sheikh Ismaa’il gara ganda Aakhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa Innaa Ileeyhi Raaji’uun! Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheikh Abdallaah barnoota diinii biyyoota Masr fi Suudaan keessatti baratuun…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan qorannoo ajjeechaa Jamaal Khaashoqjii ilaalchisee Sa’uudiin deebisaa gahaa kennaa hin jirtu jechuun yakkite
Ministeerri Haqaa Turkiyaa Abdulhamiid Gul akka jedhetti ” ajjeechaa qonsilaa Istanbul keessatti raawwatame ilaalchisee mootummaan Sa’uudii gaaffilee dhihaateef deebisaa gahaa…
Guutuu Dubbisi » -

Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Prezdaantii mana murtii walii galaa tahuun muudamte
Paarlaamaan Ityoophiyaa walgahii guyyaa har’aa geggeesseen kaadhimamtoota muummichi ministeeraa Mana Murtii walii galaa akka hoggananiif dhiheesse raggaasisee jira. Muummichi Ministeeraa…
Guutuu Dubbisi » -

Indoneezhiyaan Caccabaa Xiyyaara galaana Jaavaa keessatti kufee argachuu beeksiste
Indoneezhiyaan Caccabaa Xiyyaara galaana Jaavaa keessatti kufee argachuu beeksiste Odeeyfannoo #Nuuralhudaa October 31, 2018 Isniina darbe…
Guutuu Dubbisi » -

Meeshaan waraanaa Karaa Seeraa alaatiin biyya keessa seensifame Finfinnee keessatti qabame
Shugguxiin 999 tahu guyyaa har’aa osoo magaalaa Finfinnee seensifamaa jiru to’annaa Poolisii jala kan oole tahuu FBC’n gabaase. Meeshaan waraanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad Lammiilee Ityoophiyaa biyyoota Awuroppaa keessa jiraatan waliin mari’ate
Dr Abiy Ahmad daawwannaa hojii biyyoota Awurooppaa keessatti geggeessaa jiruun guyyaa har’aa Jarman magaalaa Frankfurt Istaadiyoomii Komersi Bank Arena jedhamu…
Guutuu Dubbisi »










