Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Qorannoon Yunivarsitii Osloo lakkoofsi lammiilee Noorweey Islaamummaa fudhatanii dabalaa dhufuu mul’ise
Gaazexaan beekamaan biyyattii Verdens Gang jedhamu qorannoo Yunivarsiitii Osloo eeruudhaan akka gabaasetti, waggaa waggaan yoo xiqqaate lammiileen biyyattii 3000 tahan…
Guutuu Dubbisi » -

Ayarlaand Falasxiiniif beekamtii guutuu kennuuf qophii tahuu beeksifte
“‹”‹Ministeerri haajaa alaa Ayarlaand Saayman Kovenii Alhada kaleessaa gitaa isaa ministeera haajaa alaa Falasxiin Riyaad al-Almaliki waliin Dabliin keessatti eega…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el Flasxiinota Khan Al-Ahmar keessa jiraatan guyyaa saddeet keessatti ganda isaanii lakkisanii akka bahan akeekkachiifte
Gandi Khan Al-Ahmar West Bank keessatti kan argamu yoo tahu, mootummaan Israa’eel Falasxiinota ganda kana keessa jiraatan hunda lafa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee walii galteen lafa Liizii kaaree meetra 4,100,000 akka haqamu murteesse
Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa akka jedhetti, magaalattii keessatti iddoowwan 154 walii galatti lafa kaaree 4,100,000…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baalee Roobee keessatti namoonni hidhatanii Jeequmsa kaasan qabaman
Guyyaa har’aa hidhattoonni eenyummaan Isaanii hin beekamne, magaalaa Roobee naannawa Giriin jedhamutti dukkaanotaa fi dhaabbiilee dhuunfaa caccabsanii seenuun, namoota reebaa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Iiraan keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 25 ajjeefaman
Agarsiisa Raayyaa ittisa Iiraan magaalaa Ahvaazit jedhamtu keessatti geggeefamaa ture irratti haleellaa raawwatameen, yoo xiqqaate loltoota dabalatee namoonni 25 akka…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Doonii Taanzaaniyaa hora Viktooriyaa keessatti muudateen namoonni 136 ol du’an
Dooniin namoota 300 ol fe’attee imalaa turte Khamiisa kaleessaa Taanzaaniyaa hora Viiktooriyaa keessatti dhidhimuun, yoo xiqqaate namoonni 136 kan du’an…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Fannoo Diimaa Addunyaa haalli Liibiyaa keessa jiru hammaataa dhufuu beeksise
Waldaan Fannoo Diimaa Addunyaa Liibiyaa keessatti lolli geggeefamaa jiru bu’uuraalee biyyattii barbadeessaa akka jiruu fi kun immoo kufaatii diinagdee dabalatee…
Guutuu Dubbisi » -

Kaanaadaan ajjeechaa fi dararaan Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame duguuggaa sanyii tahuu labsite
UN garee ogeeyyotaa hundeessuun ajjechaa fi dararaa Miyanmaar keessatti Muslimoota Rohingiyaa iratti raawwatame ilaalchisee , qorannoo geggeessaa ture ji’a dabre…
Guutuu Dubbisi »










