Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Walitti bu’iinsa Buraayyuu naannawa Ashawaa Meedaatti uumameen lubbuu namaa fi qabeenya irratti miidhaan dhaqqabe
Waliitti Bu’iinsa naannoo Burraayyuutti uumameen lubbun nama hedduu akka darbee fi namoonni heddu ammoo baqachuun magaalaa Finfinnee naannawa Askoo kan…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu gara Sa’udii imale
Mootummaan Sa’udii Ityoophiyaa fi Eertiraan waldhabdee waggaa 20 ol jidduu isaanii ture karaa nagayaatiin hiikkachuu isaanii kan dinqisiifate tahuu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Oromoo Naannoo Somaalee irraa buqqifamanii magaalaa Baroodaa qubsiifaman rakkoo hamaa keessa jiraatuu himan
Dhalattoonni Oromoo kun bara darbe ji’a fulbaanaa keessa waraana Liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin, magaalaa Jigjigaa fi Wucaalee keessaa qe’ee fi…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Asallaa keessatti dargaggoonni heddu hidhaman
Pooolisiin Federaalaa fi Oromiyaa guyyaa har’aa dargaggoota magaalaa Asallaa haala nageenya magaalattii irratti mari’ataa turan reebuun kan bittinneessan tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Ummanni Kumaatamaan lakkaa’amu Simannaa ABO irratti argame
Guyyaa har’aa Jila ABO biyyatti deebi’aa jiru Simatuuf ummanni kumaatamaan lakkaa’amu kutaa biyyatti adda addaa irraa dhufuun magaalaa Finfinnee Addabaabaayii…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni guddaan biyya keenya Sheikh Sa’iid Abubakar dhukkubsatuun dhagahame
Aalimni jaalatamaa fi beekkamaan Sheikh Sa’iid Abubakar Imaamaafi Khaaxiba Masjida-Nuur kan magaalaa Roobee Baaletti argamuu tahuun bara dheeraa hawaasa tajaajilaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Da’awaa gara Godina Booranaa imalee ture sagantaa isaa milkiin xumuree deebi’e
Jilli Da’awaa Sheik Muhammad Raabiin durfamu sabtii darbe Roobee Baalee fi Shaashamannee irraa walitti dhufuudhaan, Godina Booranaa aanaalee adda addaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee humna nageenya booressuuf socho’u kamiyyuu kan hin obsine tahuu beeksise
Itti Aanan Kantiibaa magaala Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa, simannaa boru hoggantoota ABOtiif godhamaa jiruun walqabatee walitti bu’iinsa uumamaa jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa Walitti bu’iinsa magaalaa Finfinnee keessatti uumame dhaabsisuuf tarkaanfii kan fudhatu tahuu beeksise
Simannaa ABOtiif qophiiwwan magaalaa Finfinnee keessatti geggeeffamaa jiran hordofuun, dargaggoonni magaalattii haleellaan ijoollee Oromoo irratti raawwatan guyyaa har’aatis itti fufee…
Guutuu Dubbisi »










