Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Suuriyaa keessatti Manneen baruumsaa hedduminaan miidhamuu isaanii gabaasni haarawa bahe ifa godhe
Walitti bu’iinsa Suuriyaa keessatti bara 2011 jalqabe hordofee, manneen barnootaa heddu barbadeeffamuu isaanii dhaabbanni miti-mootummaa tokko beeksise. Dhaabbanni Syrian Network…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii Israa’el boba’aa gara Gaazaa akka seensiftu gaafate.
Mootummaan Israa’el boba’aan gara Gaazaa akka hin galle eega dhoorkee bubbuleera. Ummanni Falasxiin kan Gaazaa jiraatu, kan Miiliyana 2 ta’us…
Guutuu Dubbisi » -

Raayyaan ittisaa Iddoowwan rakkoo nageenyaa qaban tasgabbeessaa jiraatuun ibsame.
Ministeerri raayyaa Ittisa biyya Obbo Mootummaa Maqaasaa ibsa guyyaa har’aa miidiyaaleef kenne irratti; “Raayyaan Ittisa biyyaa rakkoo nageenyaa naannoo Somaaleetti…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’udii Xiyyaarri biyya isaa gara Kanaadaa akka hin imalle uggure
Mootummaan Sa’udii murtii kana kan murteesse, Kanadaan dhimma biyya kiyya keessa seenuun laaqaa jirti sababa jedhuun akka tahe gabaasni arganne…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Itiyoophiyaa fi ABO’n Waliigaltee Nageenyaa Mallatteessan
Jilli Mootummaa Itoophiyaa Prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa fi Ministeera haajaa alaa Dr Warqineh Gabayyoo tiin hoogganamu guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jeequmsa Magaalaa Jijjigaatti ka’e hordofuun Ministeerri Raayyaa ittisa biyya ibsa baase.
Prezdaantiin naannoo Somaalee Abidi Muhammad Umar naannichi biyyattii irraa fottoquu labsuudhaaf qophaayaa jiraachuun isaa eega himamee booda waraanni makkalaakayaa Sabtii…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Naannoo Somaalee Abdi Muhammad Umer taayitaa irraa kaafame.
Itti gaafatamaa Biiroo Bishaan naanichaa kan ture Ahmad Abdi Muhammad yeroodhaaf prezdaantii naannichaa tahuun filatameera. Waraanni makkalaakayaa fi poolisiin Federaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Dirree Dhawaa Keessatti umameen lubbuun nama 10 darbe
Guyyaa kaleessaa magaala Dirree Dhawaa ganda 09tti walitti bu’iinsa uumameen lubbuun nama 10 darbuu Komishiniin Poolisii magaalattii beeksise. Namoota du’an…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹ Balaan Kirikira Lafaa Indoneezhiyaa keessatti muudate lubbuu nama hedduu galaafate
Balaan Kirkira lafaa kun Indonezhiyaa Iddoola Lombok jedhamtutti torbaan tokko keessatti yeroo lammaaffatiif kan muudate yoo tahu, lubbu namaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Xiinxalaa siyaasaa fi Daayrektaarri OMN Obbo Jawaar Mohaammad Finfinnee Seene
Jilli Jawaar Muhammadiin durfamu Ganama kana Finfinnee buufata Xayyaara Boolee yemmuu seenu qondaaltota mootummaa dabalatee namoonni heddu simatanii jiru. Jawaar…
Guutuu Dubbisi »










