Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi ministeeraa gara Asmaraa imale
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad har’a ganama gara Eertiraa kan imale tahuu hoogganaan waajjirra muummicha ministeeraa Obbo Fitsum Araggaa beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -

Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Soomalee hammaatee Itti fufee jira.
Guyyaa hardhaa godina Harargee bahaa aanaa Cinaaksan araddoota Turqeylo ,tiiroo guddoo, Hagaajiin akkasumas aanaa Tulluu Guleed araddoota Magaalaa Tulluu, Tiiroo…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Paakistaan muummicha ministeeraa duraanii irratti Addabbii hidhaa waggaa 10 murteesse
Manni murtii farra malaammaltummaa Paakistaan Jum’aa Kaleessaa muummicha ministeeraa duraanii Nawaaz Shariif hidhaa waggaa kudhaniitiin kan adabe yoo tahu, Nawaaz…
Guutuu Dubbisi » -

Jaappaan keessatti Rooba cimaa hordofuun sigiga lafaa fi lolaa uumameen yoo xiqqaate lubbuun namoota 38 dabre
Roobni cimaan Kibba-Lixa Jaappaan keessatti roobaa jiru kun naannawa biyyatti heddu keessatti lolaa fi sigiga lafaatiin lubbuun namaa fi qabeenyi…
Guutuu Dubbisi » -

Gaaddisni Ulamaa’ii Oromoo ijjannoo Ulamaa’onni gurguddoon Biyya keessaa baasan kan deeggaru tahuu ibse.
Gaaddisni Ulamaa’ii Oromoo marii guyyaa kaleessaa geggeessaniin, murtii Ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon dhimma Majliisa seeraan alaa fi imala Haajjii bara…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Soomalee magaalaa Mooyyaalee keessatti raaawwateen namoonni lama ajjeefamuun 4 ammoo madaa’an
Guyyaa kaleessaa fi hardhaa waraanni liyyuu poolisii naannoo Soomalee magaalaa Mooyyaalee keessatti haleellaa hamaa raawwataa kan jiru tahuu odeeyfannoon argame…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoonni Magaalaa Awwadaay irraa batii 10 dura ukkaamfamanii Dirree Dhawaatti hidhaman dararaa hamaa keessa kan jiran tahuu maatiin isaanii himan
Waggoottan dabran fincila ummanni biyyattii keessatti geggeessaa turan hordofuun, mootummaan duraan biyya bulchaa ture dargaggoota heddu mana hidhaatti guuraa turuun…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni Godina Addaa Kamisee aanaa Jillee Dhummuggaa Murtii Ulamaa’onni Harargee Bahaa dabarsan kan deeggaran tahuu ibsan.
Ulamaa’onni kunniin guyyaa kaleessaa magaalaa Sanbateetti walgahuun kan mari’atan yoo tahu, murtii Ulamaa’onni Harargee Bahaa dhiheenya kana hooggantoota majliisa seeraan…
Guutuu Dubbisi » -

Ibsa ijjannoo Ulamaa’ota Godina Arsii Lixaa
Ulamaa’onni aanaalee Godina Arsii Lixaa keessa jiran Marii waxabajjii 25-28/2010 magaalaa Shaashamannee keessatti geggeessan xumuruun ibsa ijjannoo qabxii 8 qabu…
Guutuu Dubbisi » -

Birgaader Jeneraal Kaamaal Galchuu har’a Finfinnee seene
Hoogganaan Adda Tokkumma Walabummaa Oromoo Birgaader Jeneraal Kamaal Galchuu fi qondaaltonni Addichaa heddu har’a waaree boodaa buufata Xiyyaara Boolee yeroo…
Guutuu Dubbisi »










