Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Hoogganaan Adda Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen(ONLF) hidhaa irraa gad lakkifame
Ugaaz Fawuzii Muhammad Alii VOA afaan Somaaleetiif akka himetti, mootummaan Itoophiyaa hogganaa ONLF har’a waaree booda hidhaa irraa gad lakkise.…
Guutuu Dubbisi » -

Balaan Ibiddaa Naayiroobii keessatti ka’e yoo xiqqaate lubbuu namoota 15 galaafate
Balaan lubbuu namaatii fi qabeenya guddaa barbadeesse kun halkan edaa Keeniyaa magaalaa Naayiroobii iddoo gabaa Gikombaa jedhamutti muudate. Namoota lubbuun…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaan Boba’aa hin dhimbiibamin oomishuu jalqabde
Kubbaaniyaan Poly G C L jedhamu nannoo Ogaadeen keessatti yeroo dheeraaf boba’aa barbaadaa kan ture yoo tahu, barbaachi sun milkaayuudhaan…
Guutuu Dubbisi » -

-

Alhamdulillaah! balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira.
Anwar Masjid UPDATE: ALHAMDULILLAAH balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira. Balaa kanaan dukkaanonni hedduu fi Kuusaan dhadhaafi…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Asoosaa keessatti haleellaa lammiilee Oromoo irratti xiyyeefateen lubbuun namaa dabre
Naannoo Benshaangul Gumuuz magaalaa Asoosaa keessatti dhalattoonni Saba Bartaa saboota biroo magaalattii keessa jiraatan irratti midhaa hamaa raawwataa jiraatuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Hooggantoonni Majliisa Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaa fedhii isaaniitiin aangoo gad lakkisuun beekame
Ummanni godina Arsii Lixaa yeroo dheeraadhaaf hooggantoonni majliisa Seeraan alaa aangoo akka gad lakkisan gaafataa kan ture tahuun ni beekama.…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Abdurrahmaan Husseen (Xaalibu Ridallaah) gara Biyyaa deebi’an.
Daa’iin beekamaan Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibu Ridallaah) Sababaa roorroo mootummaatiif biyyarraa baqachuun isaanii ni beekama. Ustaaz Abdurrahmaan eega biyyarraa bahanii…
Guutuu Dubbisi » -

Muslimoota Magaalaa Burraayyuu irraa hidhaman irratti adabbiin hidhaa waggaa 2 fi ji’a 6 murteefame.
Magaalaa Burraayyuu naannawa Ashawaa Meedaatti “Masjiidni diigamu hin qabu”jechuun muslimoota karaa nagayaatiin mormii dhageessisan, qaamonni mootummaa masjiida seenuun akka tumanii…
Guutuu Dubbisi » -

Sirni Awwaalcha Sheikh Ibraahim Ceekhaa raawwatame.
Sirni Awwaalchaa Aalima guddaa Sheikh Ibraahim Ceekhaa guyyaa hardha godina Harargee bahaa aanaa Kombolchaa Araddaa Afran Qalloo kessatti, iddoo Ulamaa’onnii…
Guutuu Dubbisi »










