Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Xaaliyaan keessatti baqattoota Itoophiyaa fi Eertiraa irratti reebichi raawwatame.
Reebichi kun poolisoota Xaaliyaaniin kan raawwatame yoo tahu, namoonni heddu miidhamuun beekkameera. Poolisoonni gara gamoo baqattoonni keessa jiraatanii dhaquun akeekkachiisa…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi namoota Ameerikaa irraa gara Kanaadaatti baqatanii dachaa Afuriin dabaluun gabaafame.
Jalqaba ji’a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan alaatiin daangaa Kanaadaa…
Guutuu Dubbisi » -

Koolleejjiin Islaamaa Abbaa Jifaar Barsiisoota Waggaa lamaaf leenjisaa ture Eebbisiise.
Sagantaan Eebbaa kun Masjiida guddicha magaalaa Jimmaatti argamu Masjiida Rahmaatti kan geggeeffamee oole yoo tahu, Daa’iwwan 45 Naannolee adda addaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ulaagaalee Nashiidaa
Nashiidaan Artii Islaamaati. Artiin karaa dhaamsa ittiin dabarsan keeysaa karaa irra laafaafii nama heddu biratti fudhatama qabuudha. Kanaafuu artiin kun…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Arsii Nageelleetti geggeeffame.
Sagantaan moonaa masjiida Nuuriitti geggeeffama jiru kun kaaayyoon isaa, Ulamaa’oota biyya biyya jiran waliitti fiduun wal barsiisuu, iddoowwan hanqinni barnoota…
Guutuu Dubbisi » (no title)
Tamsaasa Kallattii NHTV 3ffaa March 13, 2017 [youtube https://www.youtube.com/watch?v=o1O54ZZJpNE?rel=0&showinfo=0]
Guutuu Dubbisi »-

Eega Labsiin yeroo muddamaa labsamerraa kaasee godina Arsii lixaa fi Arsii irraa namoonni 240 ol ajjeefamuu ibsame.
Liigiin Mirga dhala nama gaanfa Afrikaa (The Human Right League of the Horn of Africa) guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame…
Guutuu Dubbisi »






