Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
Deeggarsi baqattoota Rohingiyaatiif godhamaa jiru haalaan xiqqaa tahuu UNICEF akeekKachiise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensiin gargaarsa daa’immanii (UNICEF) ibsa guyyaa hardhaa baaseen, Daa’imman Muslimoota Rohingiyaa kumaatamaan lakkaayaman, kanneen ajjeechaa waraana mootummaa…
Guutuu Dubbisi »Prezdant Traamp Waliigaltee Niwukilarii Iiraan diiguuf dhaadachuu isaa Ruusiyaa fi Biyyoonni Awuroopaa balaaleffatan.
Ruusiyaa fi biyyoonni Awuroopaa kanneen michuu ameerikaa ta’an, Pirazadant Traamp dhimma Niwukularii Iiraan ilaalchisee waliigaltee bara 2015 taasifame diiguuf dhaadachuun…
Guutuu Dubbisi »-

Lammiileen Oromoo naannoo Somaalee irraa buqqa’uun Kaampiilee adda addaa keessa qubatan rakkataa jiraachuu ibsan.
Lammiileen Oromoo nannoo Somaalee irraa buqqifamuun iddoo gara garaatti qubsiifaman rakkataa jirachuu isaanii gabaasni BBC Afaan Oromoo irraa argame ni…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministira Isra’eel walii galtee paartiilee Falisxiin lamaanii balaalefate.
Muummichi ministira Isra’eel Benjamiin Nataanyahuu walii galtee paartiileen Falisxiin lamaan Fatah fi Hamas, waliin hojjatuuf torbee kana keessa mallatteessan walii…
Guutuu Dubbisi » Hamaas fi Fatah walii galtee mallatteessan.
Paartileen Falasxiin Hamaasii fi Fatahan waldhabdee jidduu isaanii waggaa 10 ol ture furuuf, magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessatti guyyaa hardhaa…
Guutuu Dubbisi »-

Ibiddi Ameerikaa Kutaa Kaalifoorniyaa Keessatti ka’e lubbuu nama hedduu galaafate.
Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti ibiddi ka’e, yoo xiqqaate lubbuu namoota10 galaafate. Ibiddi kun iddoo adda addaa 14tti kan qabate yoo…
Guutuu Dubbisi » Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksise.
Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu Keeniyaa bakka bu’uudhaan kaadhimama Prezadantii kan ture yoo tahu, Filannoo irra deebii Onkololeessaa 26 adeemsifamu irraatti…
Guutuu Dubbisi »-

Eddoolli Kaaribiyaan Bubbee hamaan dhahamte.
Bubbeen Irmaa jedhamu kun Har’a Eddoola Faransaay kan naannaawa Kaaribiyaatti argamutti gamoowwan heddu barbadeesse. Ministeerri haajaa biyya keessaa Faransaay, Jeeraard…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Turkii, “mootummaa Miyaanmaar irratti tarkaanfii fudhachuuf qophiidha” jedhe.
Pirezdantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan, Kora dhaabbata mootummoota gamtoomanii kan dhuma ji’a kana keessa Niiwuyoorkitti geggeeffamu irratti, ajjeechaa muslimoota Roohingaa…
Guutuu Dubbisi »





