Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Itoophiyaan, “odeeyfannoon hidha laga Abbaay hojiin bishaaniin guutuu jalqabame jedhu dogoggoraa”jette
EBC dabalatee Miidiyaaleen mootummaa Itoophiyaa har’a Ministeera Bishaan, Jallisiifi Inarjii waabeeffachuun ‘Itoophiyaan hidha laga Abbaay hojii bishaaniin guutuu jalqabde’ jechuun…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaan tajaajila Interneetii irraa guyyatti Doolaara Miliyoona 4 dhabaa jirti
Dhaabbanni ‘NETBLOCK’ jedhamu kan dhimma tajaajila Interneetiin wal qabatu hordofu, mootummaan Itoophiyaa tajaajila Interneetii eegaa cufe torbaan 3 gahuu ibse. …
Guutuu Dubbisi » -

Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 600,000 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa Addunyaa keessatti deebi’ee akka haarayaatti tatamsa’aa jiru, dachii Afrikaa keessattis saffisaan babal’ataa jira. Haaluma kanaan hanga guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee geggeeffamaa ture walii galtee malee xumurame
Ministeerri Bishaan, Jallisiifi Inarjii Ityoophiyaa Silashii Baqqalaa fuula Twitter isaa irratti “Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Masrii fi Suudaan…
Guutuu Dubbisi » -

Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee yaada Ityoophiyaan haarayatti dhiheessite diduu beeksiste
Masri ibsa kaleessa baasteen, marii hidha laga Abbaay irratti Ityoophiyaa fi Suudaan waliin geggeessaa jirtu irratti, Jum’aa dabre Ityoophiyaan qabxiileen…
Guutuu Dubbisi » -

Boosniyaan waggaa 25’ffaa ajjeechaan Jumlaa uummata isii irratti raawwatame yaadataa jirti
Boosniyaan guyyaa ajjeechaa Jumlaa waggaa 25ffaa yaadachuun yeroo kabajaa jirtu kanatti, reeffa namoota ajjeechaa jumlaatiin dhumanii keessaa kan eenyummaan isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Turkiyaan Masjiida beekamaa seeraan ala gara Muuziyeemiitti jijjiiramee ture gara Masjiidaatti akka deebi’u murteesse
Prezdaant Erdogaan Masjiidni beekamaan Ayasofiyaa jedhamu, kan seeraan ala bara 1934 murtii Kaabineetiin qofa gara Muuziyeemiitti jijjiiramee ture, guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan Adeemsa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa of baasuu kan jalqabde tahuu beeksiste
Prezdaant Traamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) weerara Covid-19 Chaayinaa keessatti jalqaba ka’e, dafee nu hin beeksifne, Dhaabbatichi Chaayinaaf looga sababa…
Guutuu Dubbisi » -

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shashamannee Hidhamuu gabaafame
Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shashamannee obbo Tamaam Huseen fi hogganaan Waajira Bulchiinsa fi nageenya magaalichaa Obbo Naggawoo Amboo har’a sa’aa booda…
Guutuu Dubbisi » -

Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa hordofuun lakkoofsi namoota biyyattii keessatti ajjeefamanii 239 gahuu ibsame
Komishiiniin Poolisii Oromiyaa “”Jeequmsa naannicha keessatti uumameen poolisoonni 9, milishoonni 5 akkasumas lammiileen nagayaa 215 lubbuu dhabanii jiru” jedhe. Komishinii…
Guutuu Dubbisi »










