Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Indooneezhiyaa fi Urduuniitti Masjidoonni banaman
Tatamsa’ina weerara dhukkuba Koroonaa-vaayras to’achuuf biyyoonni hedduun Masjidoota dabalatee, tarkaanfii manneen amantaa cufuu fudhatanii turan. Dhukkuba kana jalaa baraaramuuf, uggurri…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan namoota 10,000 ol hiite
Ajjeechaa Poolisni adiin Ameerikaa kutaa Minesootaa magaalaa Miniyaapolisitti nama gurraacha lammii Ameerikaa ta’e irratti raawwate, magaaloota Ameerikaa 50 ol keessaatti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 5, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 169 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 6,636,148 gahe
Meeksikootti guyyaa har’aa qofa namni 1,092 dhibee kanaan kan du’e yoo tahu, biyyoota Kamiisa har’aa lakkoobsa nama du’e guddaa galmeessan…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE June 4, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,636 gahe Ministeerri Fayyaa ibsa Khamiisa har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Mootummaa Liibiyaa Magaalaa Tiriipoolii fi Naannawa isii guututti too’achuu beeksise
Waraanni Mootummaa Liibiyaa beekamtii UN qabu ibsa Khamiisa har’aa baaseen, magaalaa Triipoolii fi naannawa isii guutitti hidhattoota Khaliifaa Haftaar harkaa…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti Narsoonni 600 ol dhibee vaayirasii koroonaatiin du’uu gabaafame
Manni Maree Narsootaa Idila Addunyaa gabaasa Arba’aa kaleessaa baaseen, biyyoota 30 keessatti ogeeyyoonni fayyaa 230,000 tahan Covid-19 qabamuun isaanii akka…
Guutuu Dubbisi » -

Biyyoota hedduutti Masjidoonni banamaa jiran
Tatamsa’ina weerara dhukkuba Koroonaa-vaayras to’achuuf biyyoonni hedduun Masjidoota dabalatee, tarkaanfii manneen amantaa cufuu fudhatanii turan. Mana taa’uun dhukkuba kana jalaa…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 03,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 142 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Aba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Suudaan dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Mana Maree Nageenyatiif (UNSC)xalayaa barreessite
Ministeerri haajaa alaa Suudaan Asmaa Muhammad Abdallaah Xalaya June 02/2020 Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiif barreesiteen, hidha laga Abbaay…
Guutuu Dubbisi »










