Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Jam’aan dargaggoota Muslimaa magaalaa Finfinnee harka qalleeyyiif deeggarsa walitti qabaa jiran
Jam’aan dargaggoota Muslimaa magaalaa Finfinnee wal ijaaruun rakkoo harka qalleeyyiirra sababa dhibee Koroonaa-vaayrasiif gahu damdamachiisuuf sochiitti jiran. Dargaggoonni kunneen tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudii fi Emreets lammiilee Ityoophiyaa heddu biyya isaaniitii baasuuf akka tahe ibsame
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr Liiyaa Taaddasa Gaazexaa Addis Admas jedhamuuf akka himtetti, Sa’uudii fi Emreets lammiilee Ityoophiyaa kumaatamaan lakkaahaman, ofeeggannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan alangaa Waliigalaa Federaalaa Qajeelfamoota raawwii Labsii Yeroo Muddamaa ifoomse
Labsii yeroo muddamaa manni marii ministeeroota dheengadda tatamsaa’a dhibee Vaayirasii Koroonaa ittisuuf labse, miseensoonni paarlaamaa guyyaa kaleessaa kan raggasisan yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’uudii “barana Salaata Taraawihaa Masjidatti Salaatuun Shakkiidha” jedhe
Dhukkubni Koroonaa-vaayras weerara isaa yoo dhaabuu baate Sa’uuditti Ramadaana baranaa Salaata Taraawihaafi Tahajjudaa Masjidatti Salaatamu dhoorkuuf kan dirqaman tahuu Ministeerri…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee mana manarra deemuun qorannoo dhibee Vayirasii Koroonaa geggeessuuf qophaahuu beeksise
Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Finfinnee Taakkalaa Uumaa akka ibsetti, torbee dhuftu irraa eegalee aanaalee Finfinnee hunda keessatti, qorannoon vaayirasii koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa Sababa Dhibee Vayirasii Koroonaatiin namni 3ffaa du’uu beeksise
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa galgala har’aa baaseen, dubartiin umrii 65 jiraattuu magaalaa Dukam taate, tan April 6, 2020 Vayirasii Koroonaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Darasoonni magaalaa Gindhiiriitti barataa turan gara maatii isaanitti deebifaman
Dhibee Vaayirasii Koroonaa yeroo ammatti tatamsaa’a jiru ittisuuf , manni marii ulamoota Ityoophiyaa, masjidoonni biyyatti keessatti argaman, akkasumas madraasaan barnoota…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Itoophiyaa Labsii Yeroo Muddamaa raggaasisuuf guyyaa boruutti walgahii ariifachiisaa geggeessa
Mootummaan Ityoophiyaa weerara dhibee vayirasii koroonaa biyyattii keessatti babal’ataa dhufe to’achuuf, labsii yeroo muddamaa labsuu guyyaa kaleessaa beeksisee ture. Haata’u…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Waraana Arabaa lola Yaman keessatti geggeessaa jiru yeroodhaaf dhaabuu beeksise
Gamtaan Waraana Arabaa Sa’uudii fi Emreetiin hogganamu, duula waraanaa Yaman keessatti finciltoota Huusii irratti raawwataa jiru torbaan lamaaf addaan kutuu…
Guutuu Dubbisi »










