Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Majlisni Naannoo Oromiyaa Masjidoonni akka cufaman ajaje
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Naannoo Oromiyaa(Majlisni), tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras to’achuuf Salaatni Jum’aa fi Jam’aa Masjidatti akka hin geggeeffamne murteesse.…
Guutuu Dubbisi » -

Filannoon biyyooleessa Itoophiyaa dabarfame
Boordiin filannoo biyyoolessa Itoophiyaa ibsa guyyaa har’aa kanneen, sababa weerara dhibee Koroonaa-Vaayirasiin walqabatee rakkoowwan dhufan hordofuun filannoon biyyooleessa Itoophiyaa bara…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiin Koroonaa irratti argame 21 gahuu ibsame
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr.Liiyaa Taaddasa akka ibsitetti, guyyaa kaleessaa fi har’aa qorannoo shakkamtoota irratti godhameen Vayirasichi namoota shan irratti argame.…
Guutuu Dubbisi » -

Masjidni Taqwaa magaalaa Finfinnee naannawa Betheel tti argamu cufame
Tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras kan addunyaa irratti lubbuu nama hedduu galaafataa jiruu fi saffisa hamaan wal gahaa jiru to’achuuf Masjidni…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-Vaayiras to’achuuf tarkaanfii haarawa fudhate
Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad Koree tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras ittisuuf hundeeffame waliin ganama kana mari’atee jira. Marii kana irrattiis tarkaanfiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti namni vaayrasii koroonaatiin qabame tokko argamuu ibsame
Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa ibsa guyyaa har’aa kenneen namoonni 4 dabalataan Vayirasichaan qabamuu isaanii kan mirkanaahe tahuu ibsuun, namoota kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Ittisa Suudaan biyya ollaa keessatti tasa du’uu gabaafame
Ministeerri Raayyaa Ittisa Suudaan Jamaal Umar, Suudaan Kibbaa magaalaa Jubaa keessatti Arba’aa har’aa kan du’e tahuu qondaaltonni biyyattii beeksisan. Manni…
Guutuu Dubbisi » -

Baqattoonni Lammii Ityoophiyaa tahuun shakkaman 60 ol Moazaambik keessatti du’uu gabaafame
Qondaaltonni Fayyaa Moozaambik AFP’f akka himanitti, Baqattoonni lammummaan isaanii Ityoophiyaa tahuun shakkaman 60 ol Konkolaataa Meeshaa fe’u keessatti du’anii, Kiibxata…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaan dangaalee biyyoota ollaa waliin qabdu cufachuu beeksifte
Tatamsaa’a dhibee Koroonaa-Vaayiras kan saffisaan addunyaa irratti babaldhachaa jiru to’achuuf Itoophiyaan tarkaanfiiwwan dabalataa fudhatuu ibsite. Waajjirri MM ibsa guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee keessatti rooba cimaa cabbii makatee robeen daandiin makiinaa cufamuu gabaafame
Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Ashookaa jedhamu keessatti, Alhada har’aa bokkaan cimaan cabbii makatee roobe, haala kanaan dura mul’atee…
Guutuu Dubbisi »










