Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mariin dhimma Hidha laga Abbaay irratti Marsaa 4ffaaf geggeeffame xumuramuu gabaafame
Itoophiyaa, Masri f Suudan dhimma bishaan hidha laga Abbaay irratti marii marsaa 4ffaa guyyaa kaleessaa irraa kaasee magaalaa Finfinneetti kan…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin nageenyaa Majlisa Naannoo Oromiyaatiin qophaahe geggeeffamaa jira
Marii dhimma nageenya biyyattii irratti xiyyeeffate kan magaalaa Finfinnee Hoteela Elilliitti geggeeffamaa jiru irratti, Ulamaa’onni godinaalee Oromiyaa hundarraa Majlisa Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Jawaar Muhammad Filannoo Biyyooleessa bara 2012 irratti dorgomuuf qophii tahuu ifoomse
Jijjiirama Siyaasaa biyyattii keessatti dhufe hordofuun, waggaa tokko dura gara biyyaatti kan gale xiinxalaan siyaasaa fi Daayrekterri OMN obbo Jawaar…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Kuweeyt aangoo gadi lakkisuuf tahuu gabaafame
Dubbi himaan mootummaa Kuweeyt Xaariq Al-Mazram ibsa Khamiisa har’aa kenneen, Muummichi Ministeera biyyattii kaabinee isaa kan diige tahuu Amiira biyyattiitiif…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Yunivarsiitii Waldiyaa hanga ammaatti rakkoo keessa jiraachuu himan
Sabtii dabarte, naannoo Amaaraa Yunivarsitii Waldiyaatti ajjeechaa barattoota Oromoo lama irratti raawwatameen haalli nageenyaa Yunivarsiitii Waldiyaa kan hammaate yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Qorannoo ajjeechaa aanga’oota mootummaa irratti Waxabajjii 15 raawatameen walqabate geggeeffamaa ture xumuramuun ibsame
Yakka ajjeechaa waxabajjii 15 aanga’oota mootummaa naannoo Amaaraa fi qondaaltoota Raayyaa ittisa biyyaa irratti raawatameen walqabate, Abbaan Alangaa Federaalaa qorannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Naannoo Amaaraa haarayatti kan hundeefamu tahuun ibsame
Kora torbaan dabre magaalaa Daseetti Ulamaa fi hayyoonni, akkasuma bakka bu’oonni hawaasa Muslimaa godinaalee Wolloo 3 irraa dhufan itti hirmaatanitti…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Kaabinee Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hoggantoota Majliisa Federaalaa waliin mari’atan
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee injinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensonni kaabinee magaalattii, har’a waaree booda waajjira majliisa federaalaatti argamuun hoggantoota…
Guutuu Dubbisi »










