Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Deggarsi lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif godhamu cimee itti fufee jira.

Lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun magaalaa Sulultaa qubsiifamaniif, jilli Ustaazootaa guyyaa hardhaa deeggarsa firaasha hedduufi fi midhaan nyaataa makiinaa tokkoo kan godhan tahuun beekameera.

Haluuma walfakkaatun lammiilee Oromoo bulchiinsa magaalaa Burraayyuu iddoo lakkuu jedhamuutti qubsiifamaniifis deeggarsa firaashaa kan godhan tahuun beekameera.

 

Advertisements
Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close