header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo keessatti ummaanni ganda Guutuu Islaamummatti deebi’e

Oduu Gammachuu

Jiraattonni ganda Dharriitoo jedhamu torbaan kana keessa bakka Aalimni beekkamaan Sheik Jeeylaan Adanoo fi daa’iiwwan biro heddu  argamanitti shahaadaa kan qabatan tahuu gabaasni naannicha irraa arganne ni mul’isa. Gandi Dharriitoo Godinaa Booranaa keessatti ganda ardaa jilaa kan gadaamojjiin mataa itti buufattu yookaan dabbasaa itti haadattu keessaa isa tokko.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button