header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hawaasni Muslima Itoophiyaa Jarman Jiraattan Haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaatti raawwatame balaaleeffatan

Lammiileen biyya keenya Jarman magaalaa Frankfurt jiraatan guyyaa har’aa, haleellaa Masjidootaa fi qabeenya hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraatti finxaleeyyiin Ortodoksii raawwatan balaleefatuun hiriira mormii geggeessan.

Hiriira kana irratti, hirmaattoonni dhaadannoolee gara garaa sagaleen dhageesisaa akkasumas fi barreyfama qabatuun, yakka shoroorkeessummaa fi ibsa mootummaan naannichaa haleellaa raawwatame ilaalchisee miidiyaalee kenne balaaleeffatan.

Mootummaan qaamoolee gocha kana raawwatan hatattamaan seeratti dhiheessee adabbii malu akka irratti fudhatu, akkasumas qabeenya barbada’ee fi Masjidoota gubamaniif akka beenyaa kaffalu gaafatan.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button