Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa dabalatee namoonni 21 Vaayirasii Koronaa irraa bilisa tahuu ibsame

Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo dabalatee namoota lammii Jaappaan jalqaba Ityoophiyaa keessatti vaayrasiin Koroonaa irratti argame waliin wal arganii turan, kophaatti adda bahanii hordofiin kan godhamaafii jiru tahuu ibsamee ture. Haaluma kanaan Dr.Tolaa dabalatee namoonni 21 qoronnoo godhameen Vaayirasicha irraa bilisa tahuu ibsame.

“Haata’u malee bu’aan qorannoo bilisa ta’us, yeroon addatti tursiifamuu qabu guyyoota 14 xumuruun hojii idileetti ni deebi’a” jechuun Dr.Tolaa Bariisoo BBCtti hime.

Namoota lammii Jaappaan waliin tuttuqaa qabanii fi qorannoo taasifameen bilisa ta’an keessaa 21 hojjettoota seektara barnootaa ta’uus odeeyfannoon ni addeessa.

 

Advertisements
Tags
Show More

5 Comments

  1. aswrwb akam naga jirtuu bagaa jiratanii jzk ba
    yee toko isin jaladhaa
    umrii dheradhaa bayee isin hordofa gafii qabaa nashidaa ass jalaa akamitii download godhatanii jzkjabadhaa rabbin isin biraa ha
    jiratuu

  2. aswrwb akam naga jirtuu bagaa jiratanii jzk ba
    yee toko isin jaladhaa
    umrii dheradhaa bayee isin hordofa gafii qabaa nashidaa ass jalaa akamitii download godhatanii jzkjabadhaa rabbin isin biraa ha
    jiratuu

    ❤❤❤❤❤❤❤

...

Back to top button
Close
Close