header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
BreakingOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Itoophiyaan yeroo jalqabaaf Saatalaayitii kominikeeshiinii gara Hawaa ergite

Itoophiyaan Saatalaayitii kominikeeshiinii fi odeeyfannoo yeroo jalqabaatiif buufata Saatalaayitii Chaayinaa irraa guyyaa har’aa gara hawaa ergite. Saatalaayitiin kun ETRSS- 1 kan jedhamu yoo tahu, Kiloograma 72 ulfata.

Saatalaayitiin tun odeeyfannoo gibiraa, jijjiirama qilleensaa, bu’uuralee misoomaa kominikeeshinii biyyattii diriirsuu fi tajaajila qunammtii Teeknooloojii fooyyessuuf faayidaa olaanaa akka qabdu ibsame.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button