header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Kutaalee Biyyattii Hedduutti Tajaajilli ibsaa addaan Cite

Magaalaa Finfinnee dabalatee magaaloota biyyatti hedduutti galgala irraa kaase tajaajilli ibsaa (elektiriikii) addaan cituu dhagahame, Daayrekterri kominikeeshinii humna elektiriika Itoophiyaa obbo Mogos Makonnin, sababni qabatamaatti beekamuu dhabuus, sarara dhiyeessi annisaa Gilgal Gibee 3ffaa waliin hidhata qabaachuu mala jechuun EBC’f hime.

Itti dabaluunis obbo Mogos, sababa addaan citeef adda baasuun, sirreessuuf ogeeyyiin hojjachaa jiraachuu ibse.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button