header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Dabra Marqoositti Hoteela Obbo Barakat Sim’oon ittti qubate jedhame irratti Haleellaan raawwatame.

Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Maarqoos keessatti guyyaa har’aa jeequmsi hamaan kan uumame yoo tahu, dargaggoonni magaalaa Dabra Maarqoos Hoggantoonni mootummaa Hoteela Gozaamiin keessatti mari’ataa jiru jechuun jequumsa kasaan. Hooggantoota jedhaman jiddu Obbo Barakat Sii’oon haa bahu jechaa sagalee dhageessisaa turuu odeeyfannoon ni addeessa.

Dubbii himaan mootummaa naannoo Amaaraa Obbo Nugusuu Xilahuun
“Oduu dharaa Hooggantoonni Mootummaa Hoteela Gozamiin keessatti mari’ataa jiru jedhuun dargaggoonni magaalaa qabeenya hedduu barbadeessan” jechuun BBC’f hime.

Obbo Barakaat Sim’oon nama yeroo dheeraaf hooggansa mootummaa irra ture yoo tahu, Bulchiinsa Dr Abiy Ahmadiin faallaa jira jedhamee shakkama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button