header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib Barattoota 112 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise

Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib kan godina Baalee Lixaa Magaalaa Roobetti argamu guyyaa har’aa barattoota 112 kan Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture marsaa lammaffaaf eebbisiise.


Markazni kun waggaa lama lamaan barattoota kan eebbisiisu yoo tahu, marsaa kanaatti barattoota dhiiraa 68 fi dubartoota 44 walumaagalatti 112 eebbisisuu gabaafame.


Sagantaa kanarratti ulamootaafii daa’iiwwan godina Baalee kan argamaniifi Xummura irratti barattoota kanaaf badhaasni, Akkaaumas waraqaan ragaa (Shahaadaan ) isaaniif kennamuu Odeeyfannoon ni addeessa.

8 Comments

  1. aswrwb akkam jirtuu baga jiraatan baga rabbiin yeroo kanan isin gayate
    ani yaan koo du.ayi akkaa nagotan fedha salata salatun bayyee nati ulfata osoma jaladhu
    hifadhaa osoma dinii kiiyyaa sirti jaladhu salani kuni naati ulfata yaani koo jalqaba kanuma aswrwb

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button