
Riqicha Daawwitii irraa hojjatame.
Riqichi kun biyya chaayinaa daggala guddaa tokko keessatti gaara 2 jiddutti hojjatame. ol fageenyi isaa lafarraa Meetira 300 yoo tahu, lafarra ammoo Meetira 430 dheerata. akkasuma meetira 6 bal’ata. Riqichi kun Diizaayinara lammii israa’el kan tahe nama Haim Dotan jedhamuun Diizaayinni lafa kaayame, baasiin itti bahes Doolaara Ameerikaa Miiliyoona Sadihiif Kuma Dhibba Afur ($3.4 M).
Riqichi Kun Daawwitii Haalaan Yabbuu tahe 99, dachaa 3 walirraan kaayuun hojjatame. Guyyaa tokkotti Tuuristoota 8,000 qofatu akka irra bahan hayyamama. namoonni heddu wayta riqicha kanarra bahanii gubbaa gadi laalan, miila ofii jalaan hallayyaa guddaa waan arganiif Sodaatanii harkaan lafa qabatu.
eega Riqichi kun hojjatamee Xumuramee booda yaaliidhaaf Makiinaa irra oofanii jabeenya isaa mirkaneessanii jiru.
iti fufaa
waan takka hin arginiif hin dhagahin nuuf dabarsaa jirtuu itti fufaa jazaakumullaahu keeyran
ajaiba rabiitin ijaran
maashaa Allah baayyee galatoomaa baruumsa guddaa isinirraa argachaa jirra qalamni keessan yoomiyyuu haa mirgu.
kun kennaa rabbiitin hojjatamuu danda’ame
GzK jabadhaa waan bayyee isiniraa baracha jira
GZK keyran mashalaha! !!!!!!
odeyfannoo gaarii fi bekkumsa irraa argatan nuf dabarsaa jirtani jzk jabaadhaa jajsbaadhaa
odeyfannoo gaarii fi bekkumsa irraa argatan nuf dabarsaa jirtani jzk jabaadhaa jajsbaadhaa .
👍👍👍👈