Baha Jiddu-Galaa
-
Odeeyfannoo

Manni murtii Masrii Dr Yuusuf Alqardaawii irratti hidhaa umrii guutuu murteesse
Manni murtii masrii namoota saddeet adabbii du’aa kan itti murteesse yoo tahu, Dr Yusuf Alqardaawii dabalatee namoota 17 ammoo hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qaxar Emreetsiin Himatte.
Qaxar Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti mana marii nageenyaatiif himannaa dhiheessiteen, Xayyaarri waraana Emreets January 3/2018 hayyamaan malee naannawa qilleensa biyya isii…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Sa’udii fi Turkiyaan Muslimoonni Addunyaa Labsii Traamp akka balaleefatan gaafatan.
Mummichi ministeera Turkiyaa Binalii Yildriimii fi Maliikni Sa’udii Salmaan Biin Abduulaziiz, walgahii guyyaa kaleessa magaalaa Riyaaditti geggeessaan irratti biyyoonni lamaanuu…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mootummaan Sa’udii iiraniin Ingiliizitti himate.
Ilmi Malika Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu, haasawa isaanii…
Guutuu Dubbisi »




