COVID-19
-
Koroonaa

Guutuu Addunyaatti Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii Miliyoona 21 dabre
Dhaabbanni fayyaa Addunyaa (WHO)’ sa’aa 24’n dabran kessatti guutuu addunyaa irraa Lakkoofsi namoota Vaayirasii koronaan qabamanii 294,000’n dabaluu fi lakkoofsa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Itoophiyaatti Guyyaa tokkotti Namoonni 1,652 COVID-19’n qabamuun mirkanawe
Qorannoo COVID_19 sa’aa 24’n dabre kessatti namoota 22,252 godhameen, namoota 1,652 irratti Vaayirasiin kun argamu mirkanawe. Walumaagalatti guutuu biyyattiitti Lakkoofsi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Magaalaa Finfinneetti Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 17,000 dabre
Biroon Fayyaa magaalaa Finfinnee Walumaagalatti jiraattoota magaalichaa 300,547 qorannoon COVID-19 godhamuu fi namoota 17,000 ol irratti Vaayirasiin kun argamu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Itophiyaatti Namoonni 943 COVID-19’n qabaman
Sa’aa 24’n dabre keessatti qorannoo COVID-19 namoota 14,540 taasifame hordofuun, Namni 943 kan dhibee kanaan faalame argamu fi namoonni 23…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra olchuu jalqabuu isii ifoomsite
Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayidaarra akka oolu murteesse. Akka gabaasni CNN jedhutti talaalli kana…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamanii miiliyoona 1 darbuu gabaafame
Dhaabbatni To’annoo Dhukkubaa Afrikaa (CDC) jedhamu akka gabaasetti, Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miilyoona tokko darbee jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

WHO’n Weerara Covid-19 yeroo dhihotti too’achuun kan hin danda’amne tahuu beeksise
Daayirektarri WHO Dr.Tedroos Adhanom ibsa wixata hardhaa kenneen, Weerarri Covid-19 biyyoota kanaan dura to’achuu labsan keessatti haala hamaa taheen deebi’ee…
Guutuu Dubbisi » -
Kaanaadaa

Kanadaan Appilikeeshina Telefoona nama dhibee COVID-19’n faalame adda baasu hojjatte
Muummichi ministeera Kanadaa Justin Trudeau “Appilikeeshiniin bilbila ammayyaa ‘COVID Allert’ jedhamu kun kalaqa haarawa dhibee kana ittisuuf fayyaadu” jedhe. Akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID_19 fi Sirna Hajjii bara 2020
Imalli Hajjii utubaa Islaamaa shanan jidduu tokko yoo ta’u, nama muslimaa humna ( qabeenya raawwachuuf isa gahu qabu) mara irratti…
Guutuu Dubbisi »










