Donald Trump
-
Eeshiyaa

Murtiin Doonaald Traamp Addunyaa Guutuu Dallansiise.
Murtii Traamp waa’ee Magaalaa Al Quds irratti dabarse hordofee, mormiin jiru addunyaa waliin gahutti jira. Eeshiyaa irraa kaasee hanga Afriikaa…
Guutuu Dubbisi » Waraanni Maleezhiyaa Magaala Al-Qudsi diina irraa ittisuuf qophii tahuu beeksise.
Ministeerri ittisa Maleezhiyaa murtiin Traamp kan magaalaa Al-qudsi “magaalaa guddoo Isra’eel” jechuun labse, Muslimoota addunyaa hunda fuula keessa kabaluudha jechuun…
Guutuu Dubbisi »Gamtaan Biyyota Araabaa murtii Donaald Traamp balaaleffate
Labsii prezdaantii Ameerikaa kan Al-Qudsi/Jerusalem “magaalaa guddoo Isra’eeliiti”jedhu hordofuun, gamtaan biyyoota Arabaa walgahii ariifachiisa magaalaa Kaayiroo keessatti jalqabe. Baniinsa Walgahii…
Guutuu Dubbisi »Ibidda Magaalaa Los Anjelesitti babal’ataa dhufe hordofuun Donaald Traamp labsii yeroo muddamaa baase.
Ameerikaa Kutaa Kaalifoorniyaatti ibiddi bosonatti eegaa qabate guyyaa 5 gahee jira. Balaa ibidda kanaatiin lammiileen 200,000 ol qehee isaanii irraa…
Guutuu Dubbisi »Labsii Prezdaantiin Ameerikaa Al-Quds magaalaa guddoo Isra’eel jechuun baase hordofuun mormiin cimee itti fufee jira.
Lammiileen Falasxiin guyyaa sadiif mormii cimaa kan geggeessaa jiran yoo tahu, mormii naannawa weest Baankii fi baha Al-Qudsiitti geggeeffame irratti…
Guutuu Dubbisi »Imbaasii Ameerikaa magaalaa guddoo Indooneezhiyaa keessatti argamu fulduraati, ummanni Muslimaa Jum’aa har’aa labsii Traamp mormuun hiriira cimaa geggeesse.
Imbaasii Ameerikaa magaalaa guddoo Indooneezhiyaa keessatti argamu fulduraati, ummanni Muslimaa Jum’aa har’aa labsii Traamp mormuun hiriira cimaa geggeesse.
Guutuu Dubbisi »Ameerikaa Kutaa Kaalifoorniyaa: ibiddi bosonatti qabate lammiilee biyyattii heddu qubsumarraa buqqise.
USA kutaa Kaalifoorniyaa keeysatti ibiddi bosonatti qabate lammiilee biyyattii kumaatamaan lakkaawaman qubsuma isaanii irraa buqqise. jaarmayaaleen heddus ibidda kanaan barbadaawaniiru.
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo

Doonaald Traamp Magaalaan Al-Quds Magaalaa Guddoo Israa’eliiti Jechuun Labse.
Prezdaant Traamp bara dabre yeroo duula filaannoo gaggeeysaa tureetti wantoota wadaa ummata Ameerikaatiif gale keessaa tokko, Imbaasii Ameerikaa kan Telaaviiviitti…
Guutuu Dubbisi » Lammiileen Falsxiin Murtii Ameerikaa mormuun hiriira mormii guyyaa sadihiif turu jalqaban
Donaald Traamp labsii “magaalaa Al-Quds/Jerusalem magaalaa guddoo Isra’eeliiti” jedhu Arba’aa hardhaa kan beeksisu tahuu Waayit Haawus eega mirkaneessee booda, biyyoonni…
Guutuu Dubbisi »Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan hime.
Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan kan hime tahuun gabaafame.…
Guutuu Dubbisi »


