Donald Trump
Prezdaantiin Turkiyaa, Magaalaan Al-Quds sarara diimaa tuqamuu hin qabne jechuun akeekkachiise
Doonaal Traamp magaalaan Al-Qudsi magaalaa guddoo Israa’eeliiti jechuun labsuuf qophaayaa jiraachuun isaa ni beekama. Biyyoota mormii cimaa dhageessisaa jiran keessaa…
Guutuu Dubbisi »Ameerikaa Magaalaa Miniyaapolis keessatti Wiirtuun Islaamaa Tawfiiq Eebbifame.
Wiirtuun Hawaasa Oromoo Muslima Ameerikaa Kaabaa Kutaa Mineesotaa keessa jiraataniin ijaarame guyyaa kaleessaa kan eebbifame yoo tahu, Sagantaa eebbaa kana…
Guutuu Dubbisi »Bulchiinsi Falasxiin dhimmaa Al-Qudsi irraatti walgayiin ariifachiisaan akka waamamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Falasxiin Riyaad Al-Malik, Dhaabbiileen Gamtaa Biyyoota Arabaa fi Gamtaan Biyyoota Islaamaa, dhimma Al-Qudsi irratti mari”achuuf walgahii hatattamaa…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo

Doonald Traamp Magaalaa AL QUDS magaalaa guddoo Israa’el gochuuf sochii eegale.
Prezdaant Donaald Traamp magaalaan Al-QUDS magaalaa guddoo Isra’eel ta’uu isii beekkamtii kennuuf kan qophaayaa jiru tahuu miidiyaaleen Ameerikaa kan gabaasa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qondaala Dhimma Nageenya Ameerikaa fi gorsaa prezdaant Traamp kan duraanii irratti himannaan baname
Dhimma nageenya Ameerikaa irratti gorsaa Traamp kan ture Maayikil Fliin irratti manni marii “special counsil” jechuun moggafame himannaa kan bane…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa ammas Yaalii Misaa’ela Balastikii goote.
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misa’elaa Balastikii guyyaa kaleessaa Nov 28/2017 gooteen Nuklarii sadarkaa ol’aanaa ta’e gonfachuu isii labsite. Misaa’elli biyyattiin guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin kan magaalaa Waashingtan keessa jiru kan hin cufne tahuu beeksifte
Mootummaan Ameerikaa torbee dabre keessa waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin(PLO) kan magaalaa Washingitan keessatti argamuĀ cufuuf akka tahe beeksiseeĀ kan ture…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan “Mootummaan Miyaanmaar Muslimoota Rohingiyaa Irratti Duguuggaa sanyii raawwataa jira” jechuun labsite.
Mootummaan Ameerikaa ibsa Roobii kaleessaa baase kanaan , dararaan Muslimoota Rohiingiyaa irratti adeemsifamaa jiru duguuggaa sanyii akka ta’e labsuun, qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » Himannaa Sa’uudii hordofuun Ameerikaan Iiraan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu Dhaabbata Mootummoota gamtoomanii gaafatte.
Hidhattoonni Huusii Misaa’ila Baalastikii Yaman irraa gara Magaalaa Riyaaditti darbachuu isaani hordofuudhaan, mootummaan Sa’udii Misa’illi Sun kan Iiraan ta’uu ibsuuun,…
Guutuu Dubbisi »Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ibse.
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa ture. Imammata isaa…
Guutuu Dubbisi »





