Finfinnee
-
Odeeyfannoo

ABO fi KFO’n gamtaa uumuuf Marii jalqaban
Addi Bilisumaa Oromoo (ABO) fi Kongiresii Federaalistii Oromoo (KFO) gamtaadhaan waliin hojjatuuf kan marii jalqaban tahuu ibsan. Miseensa qondaaltota jila…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hojjattoonni Warshaa Buskuutii Cheraaliyaa lolaadhaan fudhatamanii turan lubbuun baraaraman
Magaalaa Finfinnee naannawa Aqaaqiitti lolaa muudateen Konkolaataan hojjattoota Warshaa Buskuutii Cheraaliyaa fe’atee imalaa ture galaanaan  liqafamee kan ture tahuun beekameera.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Finfinnee keessatti Meeshaan Waraanaa lakkoofsaan heddu ta’e too’annaa jala oole
Komishiinni Poolisii magaalaa Finfinnee meeshaalee waraanaa karaa seeraan alaatiin biyya seene to’annaa jala kan oolche ta’uu beeksise. Meeshaaleen waraanaa kunniin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Markazni Daarul Aytam kan Mana Barumasa Awwaliyaa jalatti argamu hawaasa muslimaatiif deebifamee keenname
Markazni Daarul Aytam Mana Baruumsa Awwaliyaa jalaatti kan argamu yoo tahu, ijoollee Yatiimotaa ufitti fudhatee barsiisaa ture. Haata’u malee Markazni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hojjattoonni Daandii Xiyyaara Ityoophiyaa 36 tahan seeraan alatti hujjii irra aari’amne jedhu
Hojjatoonni dhaabbatichaa dalagaa irraa ari’aman kunniin akka jedhanitti, hoogganatoonni Daandii Xiyyaara Itoophiyaa, dhalattoota Saba Oromoo fi Amaaraa tahuu keennaa qofaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Maallaqa Seeraan alaa Doolaara miiliyoona 10 ta’uu fi meeshaalee waraanaa heddu qabuu Poolisiin Federaalaa beeksise
Muummichi ministeeraa torbee dabre namoonni maallaqa biyya alaa harkaa qaban hatattamaan Baankiitti yoo kan hin galchine ta’e mootummaan kan dhaalu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Injinar Taakkalaa Uumaa Itti Aanaa Kantiibaa maagaalaa Finfinnee ta’uun muudame
Injinar Taakkalaa Uumaa Itti gaafatmaa Biiroo Geejjiba Oromiyaa kan ture yoo tahu, Manni Marii magaala Finfinnee walgahii ariifachiisaa guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

-
Odeeyfannoo

Alhamdulillaah! balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira.
Anwar Masjid UPDATE: ALHAMDULILLAAH balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira. Balaa kanaan dukkaanonni hedduu fi Kuusaan dhadhaafi…
Guutuu Dubbisi »










