Hajjii_2020
-
Koroonaa
COVID_19 fi Sirna Hajjii bara 2020
Imalli Hajjii utubaa Islaamaa shanan jidduu tokko yoo ta’u, nama muslimaa humna ( qabeenya raawwachuuf isa gahu qabu) mara irratti…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Hajjii bara 2020 irraa maal beekuu barbaaddu?
Utubaalee Islaamaa shanan jidduu tokko Hajjii dha. Nama Muslimaa godhuu dandahu hunda irratti dirqama. Kutaa addunyaa gara garaa irraa Muslimoonni…
Guutuu dubbisi... -
Breaking
Sirni Hajjii Bara kanaa Namoota, biyyatti keessatti argaman muraasa qofaaf kan hayyamamu tahuu ibsame
Ministeerri Hajjii fi Umraa Sa’uudii ibsa guyyaa har’aa Sirna Hajjii bara 1441 ilaalchisee baaseen, sababa weerara dhibee Koroonaa Vaayirasiin, namoota…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Maaleezhiyaan Lammileen Isii Sirna Hajjii Bara Kanaaf akka hin imale dhorkite
Sodaa weerara tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras hordofuun, Maaleezhiyaan lammileen isii sirna Hajjii bara kanaaf akka hin imale tahuu beeksiste. Maaleezyiyaan…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Mootummaan Sa’uudii dhimma Hajjii baranaa irratti murtii irra waan hin gahiniif muslimoonni obsaan akka eeggatan gaafate
Utubaa Islaamaa shanan jidduu Hajjii raawwatuun tokko yoo tahu, nama Muslimaa hajjuu dandahu hunda irratti dirqama. Haaluma kanaan dirqama kana…
Guutuu dubbisi...