Itoophiyaa
-
Odeeyfannoo

Hojjattoonni Daandii Xiyyaara Ityoophiyaa 36 tahan seeraan alatti hujjii irra aari’amne jedhu
Hojjatoonni dhaabbatichaa dalagaa irraa ari’aman kunniin akka jedhanitti, hoogganatoonni Daandii Xiyyaara Itoophiyaa, dhalattoota Saba Oromoo fi Amaaraa tahuu keennaa qofaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Abbaan alangaa namootan magaalaa Finfinnee keessatti haleellaa boombii raawwachuun shakkaman irratti himannaa banuuf akka tahe ibse
Waxabajjii 16/2010 hiriira deeggarsaa muummicha ministeeraa magaalaa Finfinnee keessatti gaggeeffame irratti haleellaa boombii raawwatameen namoonni lama du’uun 150 ol ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Ameerikaa Imale
Imalli Dr Abiy kun ‘Imala tokkoomuu’ mooggaasa jedhu kan qabu yoo tahu, mataduree ‘Dallaa diiguun, Riqicha haa ijaarru’ jedhuun waltajjiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabde
Dubbi himaan Ministeera Haajaa Alaa obbo Mallas Alam har’a ibsa kenneen, “Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabdee jirti”jedhe. Sochiilee qabatamaan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantiin Eertiraa Sabtii dhuftu Finfinnee daaw’ata
Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii Sabtii dhuftu Adoolessa 14/2018 Finfinnee kan seenu tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Itiyoophiyaa Qoqqobbiin Eertiraa irraa kaahamee ture akka irraa ka’u gaafate
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa hardhaa barreessaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) kan tahe Antooniyoo Gutareez waliin kan mari’ate yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Itoophiyaa fi Eertiraan lolli jidduu isaanii ture xumuramuu labsan
Jilli muummicha ministeeraa guyyaa kaleessaa Asmara yeroo gahetti Prezdaant Isaayyas Afworqii fi qondaaltota ol’aanoo biyyaattiitiin simannaan hoo’aan godhameefii jira. Hooggantoonni…
Guutuu Dubbisi »







