Magaalaa Gimbii
-
Odeeyfannoo

Markazni Fath kan magaalaa Gimbii Marsaa 5ffaaf Barattoota 40 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisise
Godina Wallaggaa lixaa magaalaa Gimbiitti kan argamu markazni Hifzii Qur’aanaa Fathi barattoota  waggoota lamaaf barsiisaa ture marsaa 5ffaaf dhiira 20…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Markazni Fathi barattoota 45 Hifzii Qur’aanaatiin eebbisiise
Markazni Fathi kan godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbiitti argamu, barattoota Hifzii Qur’aanaatiin waggaa lamaaf barsiisaa ture bifa hoo’aa ta’een galma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Gimbiitti Du’aatota 250 tahaniif leenjiin diinii kennamaa jira
Godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbii masjiidal-Fathi keessatti, du’aatota 250 tahan kannen godinaalee Bunoo Baddallee,Wallaggaa Lixaa,Wallaggaa Bahaa fi Qeellam Wallaggaa irraa…
Guutuu Dubbisi »



