Mootummaa Naannoo Oromiyaa
-
Odeeyfannoo Biyyaa

Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irrattiĀ kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan
Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irrattiĀ kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Araara ABO fi Mootummaa raawwachiisuuf dhaabbate Ibsa kenne
Koreen Araaraa ABO fi mootummaa raawwachiisuuf hundeeffame, adeemsi raawwii hidhattoota ABO-shanee hiikkachiisuu maal irra akka jiru galagala kana ibsa miidiyaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hogganaan ABO obbo Daawud Ibsaa mootummaan naannichatti nageenyi akka bu’u yoo barbaade dhaabni isaa mariif qophii tahuu beeksise
Obbo Daawud Ibsaa ibsa hardha miidiyaalee kenne irratti, hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo fi loltoota mootummaa jiddutti walitti bu’iinsi kan uumame…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli Adda Bilisumaa Oromoo (ABO) Finfinnee seene.
Torbee darbe jilli mootummaa Ityoophiyaa prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa fi ministeera haajaa alaatiin durfamu gara Eertiraa imaluun, hooggantoota ABO waliin…
Guutuu Dubbisi »




