header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jilli Adda Bilisumaa Oromoo (ABO) Finfinnee seene.

Torbee darbe jilli mootummaa Ityoophiyaa prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa fi ministeera haajaa alaatiin durfamu gara Eertiraa imaluun, hooggantoota ABO waliin mari’atanii walii galtee nagayaa mallatteessuun isaanii ni yaadatama. Kanuma hordofuun jilli Addichi gara biyyaatti erge har’aa Finfinnee seenee jira.
Jilli Adda Bilisumaa Oromoo har’a Finfinnee seene kun dubbi himaa addichaa Obbo Toleeraa Adaabaatiin kan hoogganamu yoo tahu, yeroo buufata xayyaara Boolee gahetti qondaaltota mootummaa naannoo Oromiyaatiin Simannaan godhameefii jira.

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button