muummicha ministeeraa
-
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Hooggantoonni godinaalee fi aanaalee naannoo Kibbaa kanneen dhiheenya waldhabbiin keessatti uumamee ture aangoo isaanii akka lakkisan gaafate.
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara naannoo Sabaa fi sablammoota ummata kibbaatti imaluun magaalota Hawaasaa, Walaayitaa Soddoo fi Walqixxee keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Gareewwan Mormitootaa biyya alaa jiran biyyatti deebi’uun Siyaasaa biyyattii keessatti akka hirmaatan waamicha godhe.
Miseensonni paarlaamaa biyyattii torbee darbe keessa muummichi minnisteeraa haala yeroo ammaa biyyattiin keessa jirtu irratti akka gabaasa dhiheessu gaafatan. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad ” Mootummaan Gaaffii hawaasni muslimaa kaaseef ummata waliin mari’atee deebisaa keennuf qophiidha”jedhe
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad ayyaana Iid Alfixrii bara 1439tiif dhaamsa baga ittiin isin gahee kaleessa galgala dabarseen, “kutaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jeneraal Sa’ara Mokonnin Hoogganaa Olaanaa Humna Waraanaa tahuun muudame
Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimad, Hogganaa Olaanaa Humna Waraanaa Biyyoolessaa kan ture Jeneraal Saamoraa Yuunis kaasuun, Jeneraal Sa’ara Mokonnin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Adda Dimokraatawaa Oromoo muummicha ministeeraa waliin mari’atan
Hooggantoonni Adda dimokraatawaa Oromoo(ADO) Arba’aa kaleessaa biyya alaa irraa gara Finfinnee galan guyyaa har’aa, masaraa biyyoolesaa keessatti muummicha ministeeraa Dr…
Guutuu Dubbisi »





