Suudaan
-
Afrikaa

Hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin gaggeefame walii galtee malee xumurame
Hidha laga Abbaay Itoophiyaan ijaaraa jirtu ilaalchisee,ministeeronni haajaa Alaa Itoophiyaa , Suudaan fi Masrii mariin guyyaa lamaaf Khaartuum keessatti gaggeessan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sochiin daangaa Suudaan, Masriifi Eertiraa jiru haala yaaddessaa irra gahe.
Ministeerri haajaa alaa Suudaan Ibraahiim Ganduur ministeera haajaa alaa Itoophiyaa Dr Warqineh Gabayyahu waliin Alhada hara’aa Khartuum keessatti eega mar’atee…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hooggantoonni Masrii fi Ertiraa Kaayiroo keessatti Mari’atan
Prezdaantiin Ertiraa Isayaas Afaworqii daaw’annaa guyyaa lamaatiif Kiibxata kaleessaa Kaayiroo kan seenuudhaan, Prezdaantii Masrii waliin haala naannawa galaana diimaatii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Suudaan Daangaa Ertiraa waliin qabdu guututti cufuu beeksifte
Suudaan daangaa gama bahaatiin Ertiraa waliin qabdu guututti cufuu beeksifte. Mootummaan Suudaan guyyoota muraasa dura naannoo Kasalaa jedhamu kan Ertiraa…
Guutuu Dubbisi » Yunivarsiitiin Khartuum Doktareetii Kabajaa Prezdaantii Turkiyaatii kenne
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan daaw’annaa biyyoota Afrika sadii keesasatti karoorfateef Alhada dabre Sudaan seene. Erdogaan mootummaa fi ummata Sudaan…
Guutuu Dubbisi »-
Afrikaa

Mootummaan Masrii waa’ee hidha Laga Abbaaay ilaalchisee Itoophiyaa Akeekkachiise.
Prezedaantiin Masrii Abdul-Fattah Alsisi waa’ee hidha laga Abbaaya ilaalchisee, mootummaa Itoophiyaa akeekkachiisuu isaa gabaasni Washington Post ni mul’isa. Prezedaant Alsisiin,…
Guutuu Dubbisi »





