Yaman
-
Eeshiyaa
Balaa Ibiddaa Yaman keessatti Muudateen nyaataa fi meeshaaleen gargaarsaa barbadaaye
Balaa Ibiddaa guyyaa kaleessaa Yaman buufata Doonii Hudeeydaa keessatti uumameen nyaataa fi meeshaaleen gargaarsaa heddu kan barbadaaye tahuun beekame. Naannawa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Misaa’ela Baalastikii Yaman irraa gara magaalaa Riyaad dhukaafameen lubbuun nama tokko dabrite
Halkan edaa finciltoonni Huusii Misaa’ela Baalastikii Yaman irraa gara magaalota Sa’udii kan dhukaasan yoo tahu, humni ittisa qilleensa Sa’udii misaa’ela…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa
Hooggantoonni Masrii fi Ertiraa Kaayiroo keessatti Mari’atan
Prezdaantiin Ertiraa Isayaas Afaworqii daaw’annaa guyyaa lamaatiif Kiibxata kaleessaa Kaayiroo kan seenuudhaan, Prezdaantii Masrii waliin haala naannawa galaana diimaatii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Norweey Meeshaalee waraanaa Emreetitti gurguruu dhaabde
Noorweey meeshaalee waraanaa Emreetiif gurguraa turte kan dhaabde tahuu ministeerri haajaa alaa biyyatti Aljaziiraaf hime. Emreets meeshaalee waraanaa Norweey irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Wixinee Seera Isra’eel Al-Quds ilaalchisee qopheessite Bulchiinsi Falasxiin balaaleffate
Wixinee seeraa “Unified Jerusalem” jedhu daangaa Alquds fi Bulchiinsa magaalaa Alquds seeraan jijjiruun akka danda’amuuf qophaaye paaarlamaan Isra’eel guyyaa kaleessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Lammiileen Iiraan magaalota biyyattii heddu keessatti hiriira gaggeessaa jiru
Guyyoota sadan dabraniif lammiileen Iiraan qaalayinsa jireenyaa biyyattii keessatti muudate sababeeffachuun hiriira mormii bahaniiru. Lammiileen biyyattii hiriira kana irratti hirmaatan,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Sa’udiin Misaa’ela Finciltoonni Huusii Yaman irraa gara Riyaaditti dhukaasan qolachuu beeksisfte
Sa’udiin Misa’eela Finciltoonni Huusii guyyaa har’aa Yaman irraa gara magaalaa Riyaaditti dhukaasan, qilleensa irratti kan qolatte ta’uu ejensiin Odeeyfannoo biyyattii…
Guutuu Dubbisi » Haleellaa gamtaan waraana biyyoota Arabaa magaalaa Sana’aa keessatti raawwateen lammiileen Yaman heddu ajjeefaman.
Haleella Arba’aa har’aa gamtaan waraana biyyoota Arabaa Sa’udiin durfamu Xayyaarota waraanaatiin buufata Poolisii magaalaa Sana’aa keessatti argamu irratti raawwateen, hidhamtoota…
Guutuu Dubbisi »-
Eeshiyaa
Murtiin Doonaald Traamp Addunyaa Guutuu Dallansiise.
Murtii Traamp waa’ee Magaalaa Al Quds irratti dabarse hordofee, mormiin jiru addunyaa waliin gahutti jira. Eeshiyaa irraa kaasee hanga Afriikaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Biyyoonni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa walgahii idilee jalqaban
Walgahiin idilee biyyoota galoo galaana Arabiyaa Magaalaa Kuweeyt keessatti guyyaa har’aa kan jalqabame yoot tahu, Amiirri Kuweeyt Shekh Sabaah Al…
Guutuu Dubbisi »