header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Xayyaarri waraana Afgaanistaan huffaazota dabalatee namoota 150 ol galaafate.

Xiyyaaronni waraana Afgaanistaan haleellaa madarasaa Qur’aanaa naannawa Kinduuz keessatti argamu irratti raawwataniin, yoo xiqqaate huffaazota dabalatee namoota 150 ol galaafatan. Irra hedduun namoota ajjeefamanii ijoollee Qur’aana haffazuun sirna eebbaa irra turan akka tahe gabaasni argame ni mul’isa.

Mootummaan Afgaanistaan hidhattoota Taalibaan 30 fi hoogganaa isaanii irratti tarkaanfii fudhatameen namoonni nagahaa du’an kan jedhe yoo tahu, gareen Taalibaan gama isaatiin hidhattoonni isaa tokkoollee iddoo san akka hin turinii fi namoonni du’an Huffaazotaa fi maatii isaanii tahuu beeksise.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button