header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hawaasni Muslima biyya Keenyaa Qaxar jiraatan haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaa balaaleeffatan

Hawaasni Muslimaa bjyya keenyaa, Qaxar magaalaa Dohaa Jiraatan, January 8, 2020 Imbaasii Itoophiyaa magaalaa Dohaatti argamutti, haleellaa Masjidoota naannoo Amaaraa magaalaa Mooxaatti raawwatamee fi saamicha qabeenya hawaasa Muslima magaalichaa irratti raawwatame ilaalchisee ibsa ijjannoo qabxii 10 qabu baasuun balaaleeffatan.

Doohaatti hoggantuun Qonsilaa Itoophiyaa Addee Saamiyaa Zakariyyaa fi Itti aanaan hogganaa Obbo Sayid Fayisal, hawaasa waliin mari’atuun gaafilee hawaasa irraa dhiyaate dhaggeeffachuun mariisisan.

Hirmaattoonni gocha raawwatame hadheeffatanii balaaleeffatuun, mootummaan qaamolee gocha badii san raawwatan irratti tarkaanfii akka fudhatu gaafatan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button