Baqattoonni Oromoo biyya Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatan lammiilee Oromoo dhiheenya kana magaalaa Mooyyalee irraa waraanni Makkalaakayaa buqqisuun Keeniyaa Kaampii baqattoota Dambalaa Facaanaa keessatti qubsiifamaniif deeggarsa adda addaa godhan.
Related Posts
Deeggarsa kana irratti Ulamaa’onni keenya Sheekh Alii Jimmaa, Sheekh Anwaar Yuusuf fi hooggantooni hawaasa Oromoo magaalaa Naayiroobii kan irraatti argaman tahuu odeeyfannoon argame ni mul’isa.