header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sheikh Sulxaan Amaan fii Ustaaz Hasan Abbii lammiilee buqqifaman gargaaran

Miseensota Koree Furmaata barbaadduu Hawaasa Muslimaa kan tahan Sheekh Sulxaan Amaan fi Ustaaz Hasan Abbii, lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun naannawa magaalaa Finfinnee magaalaa Buraayyuu qubsiifamaniif deeggarsa godhan. Abbootii Warraa 36f tokko tokkoo isaaniitiif harcee 50kg, makaroonii 50kg fi Zayita litira 3 kan gumaatan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button