header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Wixineen seeraa dhaabbilee Siyaasaa sadi shororkeessummaa irraa haquuf qophaaye paarlaamaaf ergame

Paarlaamaan Itoophiyaa kanaan dura Adda Bilisummaa Oromoo, Ginbot-7 fi Addaa Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen, dhaabbiilee shororkeessaati jechuun labsuun isaa ni yaadatama. Itti gaafatamaan waajjira Muummicha ministeeraa Obbo Fitsum Araggaa akka ibsetti, mootummaan dhaabbilee sadan galmee shororkeessummaa irraa haquuf kan murteesseef, dhaabbileen kunniin biyyatti deebi’anii ilaalcha siyaasaa isaanii kara nagayaatiin qofa akka geggeessan jajjabeessuuf yaadameeti jedhe.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button