- Namni dhigni isaa A+ tahe
âž–A+, AB+ kennu danda’a.
âž– A+, A-, O+, O- irraa immoo fudhatuu ni danda’a
- Namni dhiigni isaa O+ tahe
âž– O+, A+, B+, AB+ ni kenna
âž– O+, O- tahe irra immoo fudhatuu ni danda’a
- Namni dhiigni isaa B+ tahe
âž– B+, AB+ ni kenna
âž– B+, B-, O+, O- irraa immoo fudhatuu ni danda’a
- Namni dhiigni isaa AB+ tahe
âž–AB+ qofaaf kennu danda’a
âž–Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu danda’a.
- Namni dhiigni isaa A- tahe
âž– A+, A-, AB+, AB- ni kenna
âž– A-, O- irr immoo fudhatuu ni danda’a
6.Namni dhiigni isaa O- tahe.
âž–gosa dhiigaa hundaaf ni kenna
âž–O- irra fudhata
- Namni dhiigni isaa B- tahe
âž– B+, B-, AB+, AB- ni kenna
âž– B-, O- irraa fudhatuu ni fudhata
- Namni dhiigni isaa AB- tahe
âž– AB+, AB- ni kenna
âž–AB-, A-, B-, O- irraa fudhatuu ni danda’a
maashaa allaah ergaan keessan baay’ee baruumsa kan namaaf dabarsuudha.
Masha Allah garidhaa akkana tanan