Bakka buutonni mootummaa Ityoophiyaa fi Komiishiniin Awrooppaa Arba’aa har’aa walii galtee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 10 kan walii mallatteessan tahuu gabaafame. Deeggarsi maallaqaa Yuuroo miiliyoona 10 yookin Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 23 tahu kun, dhaabbilee hawaasummaa cimsuu fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuuf kan oolu tahuu ibsame.
Related Posts