Jilli Da’awaa kun Daa’iiwwan magaalota Roobee fi Shaashamannee irraa walitti dhufan kan hammate yoo tahu, ganama har’a Godina Baalee irraa ka’uun godina Booranaa magaalaa Bulee Horaa gahee jira.
In shaa Allaah fedhii Rabbiitiin, Jilli kun sagantaalee Da’awaa magaalota adda addaa keessatti qophaa’an irratti ni argama.
Daa’iiwwan jila kana keessatti argaman jidduu:
Ustaaz Abdurrahamaan Huseen (Xaalibuu Ridallaah)
Related Posts
Ustaaz Muhammad Raabii Hasan
Ustaaz Ibsaa Sheik Hasan
Ustaaz Abdulwahhaab Jeylaan
Ustaaz Musxafaa Ahmad, keessatti argamu.