header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Roobart Mugaabee Taayitaa lakkise.


Jaarsii umrii 93 kan waggaa 38tiif Prezdaantii Zimbaabiwee tahuun bulchaa ture Robert Mugaabee aangoo lakkise. Mugaabeen angoo fedhiin gad lakkisuu isaa xalayaa Parlaamaa biyyaatiif ergeen kan beeksise yoo tahu, Af Ya’iin Paarlaamaa Zimbaabwee Jakob Mudenda Xalayicha parlamaa biyyattiitiif dubbisuun mirkaneesse..

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button