header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Wiirtuun Da’awaa Bilaal Oromoo Konfiransii isaa kan waggaa geggeessaa jira

Ameerikaa kaabaa kutaa Minesootaatti kan argamu Wiirtuun Da’waa Bilaal Oromoo Konfiransii isaa kan waggaa marsaa 3ffaa guyyaa hardhaa November 24,2018 kan jalqabe tahuu gabaafame. Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni biyya keessaa fi biyya alaa akkasumas keessumoonni hedduun afeeramanii kan argaman tahuus odeeffannoon ni addeessa.

Ulamaa’ota fi Keessumoota argaman jidduu:
Sheikh Abdussalaam Khadiir Ityoophiyaa irraa, Sheikh Amiin Ibroo Ityoophiyaa irraa ,Sheikh Abdulhafiiz Sheikh Hasan Kaanadaa irraa ,Sheikh Abdulaziiz Amiin, Ustaaz Fu’aad Hamzaa, Sheikh Yuusuf Sousi, Sheikh Abdussalaam Idiris, Sheikh Bashiir Usmaan, Sheikh Abdurrahiim Dooyyoo, Dr Muhammad Badhaasoo, Dr Obsa Hasanii fi kanniin birootis jiraatuu beekameera.

 

bilal 3

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button