Sagantaa mata duree “Tokkummaa fi Nageya “ jedhuun qophaaye kana irratti hawaasni muslimaa naannawa sanii lakkoofsaan heddu tahe, akkasumas ulamaa’onni naannoo Amaaraa fi ustaazonni magaalaa Finfinnee irraa dhufan argamuun dhaamsa dabarsaniiru.
Keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Ustaaz Muhammad Faraj, Ustaaz Bahruu Umar, dargaggoo Mubaarak Aadam fi keessummoonni birootis jiraatuu odeeyfannoon ni addeessa.
Related Posts
#Sagantaa_Dawaa #Shawaa_Kaabaa #Magaalaa_Adaree