OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Waraanni Makkalaakayaa Godina Booranaa aanaa Miyoo keessatti namoota shan ajjeese

Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti kaleessa galgala waraanni makkalaakayaa namoota Aruuzaa galaa turan irratti dhukaasuun misirroota lamaan, dabalatee namoota shan kan ajjeese yoo tahu, kanneen biroo lama ammoo madaayuu bulchaan aanaa Miyoo Obbo Badhaanee Liiban BBC’tti hime.
Waraan Makkalaakayaa aanicha keessa qubate kun ajjeechaa kana eega raawwatee boodas jiraattota aanichaa keessaa, nammoota 32 kan hidhe tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
yaa rabbiii bakka nuttii jallaanee ni gartaa atumaan nuf diriirsii baduumaa tenyaaf jechaa yakkii akkaa malee nuraatii hojaatamaa jiraa ya rabbiii nu qaceelchii nufiis qaceelchii;;;;
sagantaankeessanbay’eegaaridhajabaadha jzk
Gumaa keessan ni baafna
As,wr,wb Alhamdulillah, Warri Midiyaa nuuralhuudaa Baga eebba nuuralhuudaa geessan .akkuma keeyrii nuun geessan jzk .akkasuma rakkoo dhunfaaf gamtaan nutti jirtu rabbi nurraa akka furu du’aayii nuuf godhaa inshaa’allaah……..
innalillahi wa inna illahi raji’un
yaa rabii nuu birmadhuu
yaa rabbii nuu bilmaadhu
badii nurratti dalagamaa jiru Rabbi nuuf dhaqqabu. Ariitiin haqa keenya nuuf haa deebisu,jara kanallee nuuf haabu, qabaasaa isa cimaa sanaan…amiin