header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Konkolaataa godina Harargee bahaa aanaa Haramaayaa keessatti muudateen lubbuun nama 9 dabre

Guyyaa har’aa Godina Harargee bahaa aanaa Haramaayaa ganda Dhangaggoo iddoo Bishaan dildilaa jedhamutti, Konkolaataan meeshaa fe’atee Wucaalee irraa gara Dirree Dhawaa deemaa turee fi minibaasiin imaltoota fe’attee Dirree Dhawaa irraa gara Qobbootti imalaa turte walitti bu’uun, lubbuun nama 9 dabruu fi namoonni 6 immoo miidhamuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Namoonni miidhaan irra gahe jahan hospitaala magaalaa Dirree Dhawaatti wal’aansi godhamaafii jiraatuu beekameera.

Dhangaggoo

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button