Ummanni magaalaa Malkaa Raafuu har’a salaata jum’aa booda mormii cimaa kan geggeesse yoo tahu, majliisni seeraan alaa tokkummaa hawaasa muslimaa diiguuf shira xaxaa jiru akka dhaabu jechuun gaafatan. Dabalataanis majliisni seeraan alaa kana booda hatattamaan dhimma hawaasa muslimaa keessaa akka bahuu fi filannoon hoggantoota majliisa hatattamaan akka geggeeffamu gaafatanii jiru.
Related Posts