
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Jilli Ulamaa’ota biyya alaa irraa dhufanii ummata waliin marii geggeessaa jira
Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa biyya alaa jiraatanii torbaan tokko dura gara biyyaa dhufuun ni beekama. Jilli kun jijjiirama yeroo ammaa biyyattii keessatti dhufeen wal qabatee, dhimmoota adda addaa irratti kutaa biyyaatti gara garaa keessa deemuun ummataa fi qamoota mootummaa waliin marii kan geggeessaa jiran yoo tahu, hardha magaalaa Hararitti simannaan ho’aan godhameefii jira.
Haaluma kanaan Jilli kun galma Calanqootti ummata waliin marii geggeessaa jira. Ummanni marii kana irratti argames majliisni seeraan alaa aangoo akka lakkisu jechuun balaaleffannaa dhageessisuun beekameera.
Mashaa Allah heeduu nama gammachisa Rabbiin momintoottaa kenyaa hunddaa edoo jiraniti nuf haa eeguu….
Maashaa alla maashalla
ماشاءاللÛ
ماشاءاللÛ
ماشاءاللÛ
الله أكبر
الله أكبر